Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Wangeela Maarqos

Boqonnaawwan

1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 15 16

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Yohaannis Cuuphaan ni lallabe (1-8)

    • Cuuphamuu Yesuus (9-11)

    • Yesuus Seexanaan qorame (12, 13)

    • Yesuus Galiilaatti lallabuu jalqabe (14, 15)

    • Barattoonni jalqabaa ni waamaman (16-20)

    • Yesuus hafuura xuraaʼaa baase (21-28)

    • Yesuus Qifirnaahomitti namoota hedduu fayyise (29-34)

    • Bakka namni hin jirretti kadhachuu (35-39)

    • Namni dhukkuba nadaayiitiin qabame ni fayye (40-45)

  • 2

    • Yesuus nama lamshaaʼe fayyise (1-12)

    • Yesuus Leewwii waame (13-17)

    • Gaaffii waaʼee soomaa gaafatame (18-22)

    • Yesuus, ‘Gooftaa Sanbataa ti’ (23-28)

  • 3

    • Namni harki isaa lamshaaʼe ni fayye (1-6)

    • Namoota hedduu qarqara galaanaa turan (7-12)

    • Ergamoota 12n (13-19)

    • Hafuura qulqulluu arrabsuu (20-30)

    • Haadhaa fi obboloota Yesuus (31-35)

  • 4

    • FAKKEENYOTA MOOTUMMICHAA (1-34)

      • Namicha sanyii facaasu (1-9)

      • Sababii Yesuus fakkeenyatti fayyadame (10-12)

      • Hiika fakkeenya namicha sanyii facaasee (13-20)

      • Ibsaan guuboo jala hin kaaʼamu (21-23)

      • Safartuu ittiin safartan (24, 25)

      • Namichi sanyii facaasu ni rafa (26-29)

      • Firii sanaaficaa (30-32)

      • Fakkeenyatti fayyadamuu (33, 34)

    • Yesuus obomboleettii gab jechisiise (35-41)

  • 5

    • Yesuus jinniiwwan gara booyyotaatti erge (1-20)

    • Intala Yaayiros; dubartii uffata Yesuus tuqxe (21-43)

  • 6

    • Yesuus naannoo dhalootaa isaatti hin simatamne (1-6)

    • Warra Kudha Lamaaniif qajeelfamni tajaajilaa ni kenname (7-13)

    • Yohaannis Cuuphaan ni duʼe (14-29)

    • Yesuus namoota 5,000 nyaachise (30-44)

    • Yesuus bishaan irra deeme (45-52)

    • Genesaarexitti namoota fayyisuu (53-56)

  • 7

    • Barsiifanni namaa ni saaxilame (1-13)

    • Wanti nama xureessu garaa keessaa baʼa (14-23)

    • Dubartiin Fiinqee ishii Sooriyaa amantii argisiiste (24-30)

    • Namichi gurri isaa hin dhageenye ni fayye (31-37)

  • 8

    • Yesuus namoota 4,000 nyaachise (1-9)

    • Mallattoo akka isaanitti argisiisu gaafatan (10-13)

    • Raacitii Fariisotaa fi Heroodis (14-21)

    • Beetasaayidaatti namichi qaro dhabeessi ni fayye (22-26)

    • Pheexiros Kiristoosiin beeke (27-30)

    • Yesuus akka duʼu raajiin ni dubbatame (31-33)

    • Barattoota dhugaa taʼuu (34-38)

  • 9

    • Yesuus ni jijjiirame (1-13)

    • Mucaan jinniidhaan qabame ni fayye (14-29)

      • Nama amantii qabuuf wanti hundi ni dandaʼama (23)

    • Yesuus akka duʼu ammas raajiin ni dubbatame (30-32)

    • Barattoonni eenyu akka caalu wal falman (33-37)

    • Namni nu hin mormine kam iyyuu nu cinaa jira (38-41)

    • Wantoota gufachiisan (42-48)

    • “Keessa keessanitti soogidda qabaadhaa” (49, 50)

  • 10

    • Gaaʼelaa fi wal hiikuu (1-12)

    • Yesuus ijoollee eebbise (13-16)

    • Gaaffii namichi sooressi gaafate (17-25)

    • Mootummichaaf aarsaa kaffaluu (26-31)

    • Yesuus akka duʼu ammas raajiin ni dubbatame (32-34)

    • Gaaffii Yaaqoobii fi Yohaannis gaafatan (35-45)

      • Yesuus namoota hedduudhaaf furii kaffale (45)

    • Barxiimewos inni qaro dhabeessi ni fayye (46-52)

  • 11

    • Yesuus injifannoodhaan seene (1-11)

    • Muka harbuu abaaramte (12-14)

    • Yesuus mana qulqullummaa qulqulleesse (15-18)

    • Barumsa muka harbuu gogde irraa argamu (19-26)

    • Aangoo Yesuus morman (27-33)

  • 12

    • Fakkeenya qonnaan bultoota nama ajjeesanii (1-12)

    • Waaqayyoo fi Qeesaar (13-17)

    • Gaaffii duʼaa kaʼuu ilaalchisee kaʼe (18-27)

    • Ajajawwan hunda irra caalan lamaan (28-34)

    • Kiristoos ilma Daawitii? (35-37a)

    • Barsiisota seeraa irraa of eegaa (37b-40)

    • Saantima lamaan dubartii hiyyeettii abbaan manaa irraa duʼee (41-44)

  • 13

    • DHUMA SIRNA KANAA (1-37)

      • Waraana, kirkira lafaa, hanqina nyaataa (8)

      • Misiraachoon ni lallabama (10)

      • Rakkina guddaa (19)

      • Dhufaatii Ilma namaa (26)

      • Fakkeenya muka harbuu (28-31)

      • Yeroo hundumaa dammaqaa eegaa (32-37)

  • 14

    • Luboonni Yesuusiin ajjeesuuf irratti mariʼatan (1, 2)

    • Zayitiin urgaaʼu mataa Yesuus irratti dhangalaafame (3-9)

    • Yihudaan Yesuusiin gane (10, 11)

    • Faasikaa isa dhumaa (12-21)

    • Irbaanni Gooftaa ni hundeeffame (22-26)

    • Yesuus Pheexiros akka isa ganu raajii dubbate (27-31)

    • Yesuus Getesemaaneetti kadhate (32-42)

    • Yesuus ni qabame (43-52)

    • Yaaʼii Saanhediriin duratti qoratame (53-65)

    • Pheexiros Yesuusiin gane (66-72)

  • 15

    • Yesuus Philaaxos duratti dhihaate (1-15)

    • Namoonni isatti qoosan (16-20)

    • Golgootaatti muka irratti fannifame (21-32)

    • Yesuus ni duʼe (33-41)

    • Yesuus ni awwaalame (42-47)

  • 16

    • Yesuus duʼaa kaafame (1-8)