Barruulee Masaraa Eegumsaa fi Dammaqaa!
Barruuleen keenya Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼan, afaan mallattoo dabalatee afaanota dhibbaan lakkaaʼamaniin argamu. Masaraan Eegumsaa, waaʼee misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo ibsa; namoonni Yesus Kiristositti akka amananis ni jajjabeessa. Dammaqaan! immoo rakkina yeroo harʼaatti argamu akkamitti akka moonu ibsa; waadaa Uumaan keenya addunyaa haaraa nagaa fi tasgabbii qabu fiduuf galetti akka amannus nu gargaara.

