Waaʼee Keenya

Dhugaa Baatonni Yihowaa Eenyu?

Dhugaa Baatonni Yihowaa dhaabbata amantaa addunyaa maratti argamudha. Yihowaa isa Uumaa fi Waaqa Hundumaa Dandaʼu taʼe waaqeffanna. (Faarfannaa 83:18; Mulʼata 4:11) Nuti Kiristiyaanotadha; Yesuus Kiristoos Ilma Waaqayyoo fi Fayyisaa keenya akka taʼe ni amanna. (Yohaannis 3:16; Hojii Ergamootaa 4:10-12) Barumsi keenya guutummaatti Kitaaba Qulqulluurratti kan hundaaʼedha. (2 Ximotewos 3:16) Weebsaayitii kanaa fi Kitaaba Qulqulluu keetti fayyadamtee waaʼee amantii keenyaa akka qortu si affeerra.

Viidiyoo Dhugaa Baatonni Yihowaa Eenyu? jedhu ilaaluudhaan waaʼee keenya caalaatti baradhu

Baayʼina Keenya

Biyya Biyyaan

Gaaffilee Yeroo Baayʼee Gaafataman

Dhugaa Baatonni Yihowaa Maal Jedhanii Amanu?

Yaadawwan itti amannu 15 gabaabaatti dubbisi.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Ayyaanota Tokko Tokko kan hin Kabajne Maaliifi?

Dhugaa Baatota Yihowaa fi ayyaanota ilaalchisee gaaffilee barbaachisoo taʼan sadii hubadhu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Guyyaa Dhalootaa Kan Hin Kabajne Maaliifi?

Qabxiiwwan Waaqayyo guyyaa dhalootaa kabajuutti akka hin gammanne argisiisan afur ilaali.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Dhiiga Kan Hin Fudhanne Maaliifi?

Dhugaa Baatota Yihowaa fi dhiiga fudhachuu ilaalchisee yaada dogoggoraa hedduutu jira. Amantii nuti dhimma kana irratti qabnu ilaalchisee dhugaa isaa baradhu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Kiristiyaanotadhaa?

Amantiiwwan Kiristiyaanota jedhamanii waamaman kaanirraa adda kan taane akkamitti akka taʼe bari.

Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman kan Biroo

Gaaffii nuun ilaalchisee sitti uumamu kamiifiyyuu deebii argadhu.

Nu Qunnami

Dhufnee Si Haasofsiisnuu?

Gaaffii Kitaaba Qulqulluu tokkorratti nu wajjin mari‵adhu ykn waa‵ee Dhugaa Baatota Yihowaa caalaatti baradhu.

Walga’ii Irratti Argami

Waa’ee walga’ii keenyaa baradhu. Galma walga’ii naannoo keetti dhihoo jiru barbaadi.

Dhugaa Baatota Yihowaa Qunnami

Teessoo Dhugaa Baatota Yihowaa addunyaa maratti argamanii.

Daawwannaa Beetel

Waajjira keenya naannoo keetti argamutti qophiin daawwannaa akkamii akka jiru ilaali.