Afaan Oromoo
Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman
https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1011537/univ/art/1011537_univ_sqr_xl.jpg

Odeeffannoo Gabaabaa—Addunyaa Mara

  • 241—Biyyoota Dhugaa Baatonni Yihowaa keessatti waaqeffatan

  • 9,205,326—Dhugaa Baatota Yihowaa

  • 7,603,182—Qo’annaawwan Kitaaba Qulqulluu kaffaltii malee geggeeffaman

  • 20,635,015—Namoota Ayyaana Yaadannoo duʼa Kiristoos irratti argaman

  • 119,652—Gumiiwwan

 

Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Addunyaa maratti ni argamna, akkasumas qomoo fi aadaa garaagaraa keessaa dhufne. Hojii lallabaa keenyaan nu beekta taʼa; haa taʼu malee, karaawwan kan birootiinis hawaasa keessa jiraannu ni gargaarra.

Dabalataan Ilaali

KITAABOTA

Gabaasa Waggaa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa 2025

Hojiin lallabaa Dhugaa Baatonni Yihowaa Fulbaana 2024 hanga Hagayya 2025tti addunyaa maratti hojjetan maal akka fakkaatu balʼinaan ilaali.