Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Moozaambiik

  • Baayiroo doos Peskaasores, naannoo Maappuutoo, Moozaambiikitti yommuu barruu Masaraa Eegumsaa namaaf kennan

Odeeffannoo Gabaabaa—Moozaambiik

  • 35,632,000—Baayʼina uummataa
  • 109,531—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 2,072—Gumiiwwan
  • 1 nama 345f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu