Indeeksiiwwan
Indeeksiiwwan kun odeeffannoowwan barreeffamoota keenya keessa jiran argachuuf si gargaaru. Indeeksiin barreeffamootaa lmata dureewwanii fi caqasoota barreeffamoota keenya keessatti argaman tarreessa. Barreeffamni Qorannaa odeeffanooma wal fakkatu gabaabsee kenna. Barreeffamoonni kun lamaan bifa diijitaalaatiin LAAYIBRARII INTARNEETII irra jiru. Baafanni viidiyoo immoo, viidiyoowwan qoʼannaa dhuunfaa kee fooyyeffachuuf si gargaaran argachuuf si gargaara.

