Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
Kitaabni Qulqulluun Maal Barsiisa? Kutaawwan armaan gadii keessaa gaaffii tokko filadhu.
Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Dhugaatii Alkoolii Maal Jedha? Dhugaatii Alkoolii Dhuguun Cubbuu Dhaa?
Kitaabni Qulqulluun wayiniinis taʼe dhugaatiin kan biraan faayidaa tokko tokko akka qabu dubbata.
Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Dhugaatii Alkoolii Maal Jedha? Dhugaatii Alkoolii Dhuguun Cubbuu Dhaa?
Kitaabni Qulqulluun wayiniinis taʼe dhugaatiin kan biraan faayidaa tokko tokko akka qabu dubbata.
Waaqayyo
Kitaaba Qulqulluu
Yesuus
Addunyaa Hafuuraa
Jireenyaa fi Duʼa
Rakkina
Amantii fi Waaqeffannaa
Akkaataa Jireenyaa fi Amala
Kitaaba Qulqulluu Qo'adhu
Macaafa Qulqulluu Qayyabachuu Kan Qabnu Maaliifi?
Macaafani Qulqulluun, namoonni miliyoonaan lakkaaʼamaniifi addunyaarratti argaman, gaaffiiwwan gurguddaa jireenyasaanii keessatti isaan mudataniif deebii akka argatan gargaaraa jira. Namoota kana keessaa tokko taʼuu barbaaddaa?
Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama?
Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa maratti kaffaltii malee Macaafa Qulqulluu namoota qayyabsiisuudhaan beekamu. Akkamitti akka isaan qayyabsiisan ilaali.
Dhufnee Si Haasofsiisnuu?
Gaaffii Kitaaba Qulqulluu tokkorratti nu wajjin mari‵adhu ykn waa‵ee Dhugaa Baatota Yihowaa caalaatti baradhu.