Tajaajila Mootummaa
Barreeffama Tajaajila Mootummaa jedhamu kanaan dura walgaʼiiwwan torbee gidduu irratti itti fayyadamaa turre. Barreeffamni kun bara 2016tti barreeffama Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa jedhamuun bakka buʼeera.

