Gaaʼelaa fi Maatii

Kitaabni Qulqulluun namoota hundumaa kan fayyadu siʼa taʼu gorsa gaarii gaaʼela kee fooyyessuu fi ijoollee kee guddisuuf si gargaaru qabateera. a

a Maqaan namoota kutaa kana keessatti ibsamanii tokko tokko jijjiirameera.

DAMMAQAA!

Maatii Kabajuun

Maatiin hundi miseensonni maatichaa kan wal kabajan yoo t⁠a⁠ʼe caalaatti gammadoo t⁠a⁠ʼa.

DAMMAQAA!

Maatii Kabajuun

Maatiin hundi miseensonni maatichaa kan wal kabajan yoo t⁠a⁠ʼe caalaatti gammadoo t⁠a⁠ʼa.

Ijoollee Guddisuu

Wantoota qophaaʼan

Maatiin Keessan Gammachuu Qabaachuu Ni Dandaʼa

Seerawwan buʼuuraa Macaafa Qulqulluu hojii irra oolchuudhaan gaaʼelaa fi maatii gammachuu qabu qabaachuu ni dandeessa.