Wanta Haaraa
GAAFFIIWWAN YEROO BAAYʼEE GAAFATAMAN
Dhugaa Baatonni Yihowaa Sochii Amantii Raawwataniif Isaaniif Kaffalamaa?
Sochiiwwan Kiristiyaanotaa raawwannuuf nuuf hin kaffalamu. Waaʼee hojiiwwan isaan hojjetanii fi akkamitti akka deggeramu baradhu.
YESUUS IRRAA BARADHU
‘Kirkira Lafaa’ Guddaa Ilaalchisee Yesuus Maal Jedhe?
Gara waggaa 2,000 dura, Yesuus kirkirri lafaa guguddaan akka taʼu raajii dubbatee ture. Keessumaa yeroo harʼaatti wanti Yesuus dubbate kun hiika addaa qaba kan jennu maaliifi?
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Yaada Qoʼannaadhaaf Taʼu—Viidiyoowwan Keenyarraa Guutummaatti Fayyadami
Yaadawwan viidiyoowwan keenya jw.org irratti argamanirraa guutummaatti fayyadamuuf si gargaaran muraasa ilaali
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Garaagarummaa Gumii Kee Keessa Jiru Dinqisiifadhu
Ilaalcha keenya balʼisuu fi amala garaagaraa obboloonni keenya qabaniif dinqisiifannaa qabnu guddifachuu kan dandeenyu akkamitti?
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Waardiyyoonni mootii Roomaa uffata akkamii uffatu turan?
Loltoonni addaa kun uffata akkamii akka uffatanii fi akkamitti akka adda baafaman baradhu.
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Rakkinni Diinagdee Yeroo Jiraatutti Wanta Qabnutti Gammannee Jiraachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
Dhugaawwan buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu wanta qabdutti gammaddee jiraachuuf si gargaaru afur ilaali.
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Sadaasa 2026
Maxxansi kun mata dureewwan Amajjii 4-31, 2027tti qoʼataman qabateera.

