Muuxannoowwan Dhugaa Baatota Yihowaa

Dhugaa Baatonni Yihowaa Kitaabni Qulqulluun yaada, dubbii fi gocha isaanii akka qajeelchu heyyamuuf wanta isaaniif dandaʼame hunda ni godhu. Kun jireenya isaanii fi jireenya namoota naannoo isaanii jiranii irratti dhiibbaa kan godhe akkamitti akka taʼe baradhu.

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

“Boollan Itti Awwaalamu Qotaan Ture”

Eel Saalvadooritti namni miseensa tuuta badii ture akka jijjiiramu maaltu isa gargaare?

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

“Boollan Itti Awwaalamu Qotaan Ture”

Eel Saalvadooritti namni miseensa tuuta badii ture akka jijjiiramu maaltu isa gargaare?

Kitaabni Qulqulluun Jireenya Namootaa ni Jijjiira