Oduu
Gabaasa Qaama Olaanaa 2026 Lakk. 5
Gabaasa kanarratti guyyaa guyyaadhaan nyaata hafuuraa soorachuun keenya barbaachisaa kan taʼe maaliif akka taʼe, akkasumas qophii haaraan tajaajila keenyaaf godhame ibsameera.
Gabaasa Qaama Olaanaa 2026 Lakk. 4
Gabaasa kanarratti daawwannaa waajjira damee fi tika miseensonni Qaama Olaanaa waajjira dameef dhiheenya kana godhan ilaalchisee yaada nama jajjabeessu isinitti himna. Kana malees murtoo dhiheenya kana Noorweeyii fi Siwiidinitti jaarmiyaa keenya ilaalchisee manni murtii murteesse ilaalla.
742 keessaa 1 - 15 argisiisaa jira
Dhugaa Baatota Yihowaa Sababii Amantii Isaaniitiin Hidhaman—Biyya Biyyaan
Biyyoota Dhugaa Baatonni Yihowaa amantii isaanii waan geggeeffatanii fi mirga namummaa isaaniitti waan fayyadamaniif itti hidhaman.

