Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Bifa Diraamaatiin
Seenaawwan Kitaaba Qulqulluu bifa seenessaatiin qophaaʼan, sagalee gosa garaagaraa fi muuziqaa qaban, seenaan Kitaaba Qulqulluu sun caalaatti akka siif dhugoomu godhu. Viidiyoowwan afaan mallattoos argachuu ni dandeessa.

