Faarfannaawwan Waaqeffannaadhaaf Taʼan

Faarfannaawwan Waaqa keenya Yihowaa jajachuu fi waaqeffachuudhaaf gargaaran taphachiisi ykn buufadhu. Faarfannaawwan sagalee qofaan, garee faarfattootaatiinii fi meeshaa muuziqaa qofaan faarfataman, akkasumas nootaa muuziqaa wajjin qophaaʼan argachuun ni dandaʼama.

FAARFANNAAWWAN ADDAA

Kadhaa Koo Dhageessa

Wanta garaa keenyaa yeroo Yihowaatti himannu, inni nagaa tilmaamuun hin dandaʼamne nuuf kenna.

FAARFANNAAWWAN ADDAA

Kadhaa Koo Dhageessa

Wanta garaa keenyaa yeroo Yihowaatti himannu, inni nagaa tilmaamuun hin dandaʼamne nuuf kenna.