Seenaa fi Kitaaba Qulqulluu
Bara hedduudhaaf eegamee turuudhaan, gama hiikkaatiin, akkasumas gama raabsuutiin Kitaabni Qulqulluun seenaa adda taʼe qaba. Argannoowwan haaraanis gama seenaatiin sirrii taʼuu isaa mirkaneessuu isaanii itti fufaniiru. Amantiin kee maal iyyuu yoo taʼe, Kitaabni Qulqulluun kitaaba kam irraa iyyuu adda akka taʼe hubatta.
MATA DUREEWWAN DABALATAA
Hiiktota Lamaan Maqaa Waaqayyoo Kakuu Haaraa Keessatti Iddoosaatti Deebisan
Maqaa Waaqayyoo iddootti deebisuun kan barbaachise maaliifi? Dhimma xiyyeeffannaan kennamuufii qabudhaa?

Barreeffamoota Kitaaba Qulqulluu Harkaan Garagalfaman
Hiikkaawwan Kitaaba Qulqulluu
Namoota Kitaaba Qulqulluu Hiikan
Kitaabni Qulqulluun Gama Seenaatiin Sirrii Dha
Wantoota qophaaʼan
Macaafni Qulqulluun—Dhaamsisaa Maalidha?
Dhaamsi ijoon macaafa qulqulluu maali?