BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU BARBAACHISOO

Kitaabni Qulqulluun Dhugaa Dhaa?

Afaan Oromoo
Kitaabni Qulqulluun Dhugaa Dhaa?
https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/502015752/univ/art/502015752_univ_sqr_xl.jpg

Kitaabni Qulqulluun Dhugaa Taʼuu Isaa Akkamitti Beekna?

Kitaabni Qulqulluun Dhugaa Taʼuu Isaa Akkamitti Beekna?

Kitaabichumti iyyuu “Dubbii Waaqayyoo” akka taʼee fi Waaqayyo akka “hin sobne” dubbata. (1 Tasaloniiqee 2:13; Tiirtos1:2) Kun dhugaa dhaa? Moo Kitaabni Qulqulluun sheekkoo fi oduu duriitiin kan guute dha?