Namoota Kitaaba Qulqulluu Hiikan

Hiiktota Lamaan Maqaa Waaqayyoo Kakuu Haaraa Keessatti Iddoosaatti Deebisan

Maqaa Waaqayyoo iddootti deebisuun kan barbaachise maaliifi? Dhimma xiyyeeffannaan kennamuufii qabudhaa?

Barbaacha Huldiriik Ziwiingil Dhugaa Kitaaba Qulqulluu Argachuuf Godhe

Jaarraa 16​ffaatti Ziwiingil Dhugaawwan Kitaaba Qulqulluu hedduu hubateera, warri kaanis akkasuma akka godhan gargaareera. Jireenya isaa fi wanta inni itti amanu irraa maal barachuu dandeenya?

Deesiideeryus Iraasmas

“Nama bara haaromsaa kanattis addunya maratti beekamtii argate” jedhamee waamameera. Wanti beekamti isaaf argamsiisee maali dha?

Eli⁠i⁠ʼaas Huuta fi Kitaabota Qulqulluu dinqisiisoo inni Afaan Ibrootaatiin qopheesse

Eli⁠i⁠ʼaas Huuta, hayyuun jaarraa 16ffaa Kitaabota Qulqulluu Afaan Ibrootaatiin inni qopheessee keessumaa lama diqisiisoo turan.

Lefeevir Detaappil—Namoonni Hedduun Dubbii Waaqayyoo Akka Beekan Barbaade

Mormiin isa irra gaʼus galma isaa kana irra gaʼuuf kan carraaqe akkamitti?