SEENAA fi KITAABA QULQULLUU

Seenaa Kitaaba Qulqulluu

Afaan Oromoo
Seenaa Kitaaba Qulqulluu
https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1011569/univ/art/1011569_univ_sqr_xl.jpg

Seenaa Kitaaba Qulqulluu

Meeshaalee bara duriitti dubbiin Waaqayyoo ittiin barreeffame

Meeshaaleen kan akka paappirasii, qalama gurraachaa fi biraannaa akkamitti akka hojjetamanii fi ergaan Kitaaba Qulqulluu eegamee akka turu gochuuf akkamitti akka gargaaran baradhu.

Kitaabni Qulqulluun Nu Bira kan Gaʼe Akkamitti?

Yaanni barreeffamootaa Kitaaba Qulqulluu jalqabaa keessatti argamu sirriitti akka nu bira gaʼe amanuu dandeenya.

Boqonnaa fi Lakkoofsa—Kitaaba Qulqulluutti kan Dabale Eenyu?

Lakkoofsaan qoqqoodamuun isaa namoota hedduu biratti fudhatama kan argate maaliifi?

Kitaabni Qulqulluun Mormii Irraa Ooleera

Geggeessitoonni siyaasaa fi amantii hedduun namoonni Kitaaba Qulqulluu akka hin qabaanne, akka hin maxxansinee fi akka hin hiikne gochuuf yaalaniiru. Taʼus tokkoon isaanii iyyuu hin milkoofne.

Kitaabni Qulqulluun Dhugaa Dhaa?

Kitaaba Qulqulluu kan barreessise Waaqa yoo taʼe kitaaba kaan irraa adda taʼuu qaba.

Kitaabni Qulqulluun Jijjiirameeraa Yookiin Faalameeraa?

Kitaabni Qulqulluun kitaaba bara durii taʼus, ergaan isaa sirriitti eegamee akka nu bira gaʼe akkamitti mirkanaaʼoo taʼuu dandeenya?

Kitaabni Qulqulluun Yaalii Ergaa Isaa Geddaruuf Godhame Irraa Ooleera

Namoonni amanamoo hin taane ergaa Kitaaba Qulqulluu geddaruuf yaalaniiru. Yaaliin isaanii kan isaan irratti beekamee fi kan fashaleeffame akkamitti?