Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa
Barreeffamni Qoʼannaa Walgaʼii Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa sagantaa dubbisa Kitaaba Qulqulluu dabalatee, sagantaa walgaʼii torban gidduu qabatee baʼa. Walgaʼiin kun kaffaltii hin qabu, namni hundis irratti argamuu ni dandaʼa.

