Waaqayyotti Amanuu
Amantiin wanta gaarii gochuuf humna guddaa siif kenna; yeroo ammaatti tasgabbooftee akka jiraattu, gara fuulduraatti immoo abdii akka qabaattu si gargaara. Kanaan dura Waaqayyotti kan amantu taatus taʼuu baattus, yookiin immoo amantiin kee akka laafe ykn cimsuu akka barbaaddu yoo sitti dhagaʼame Kitaabni Qulqulluun si gargaaruu dandaʼa.
Amantii Waaqayyo Irratti Qabnu Cimsachuu
Kadhannaa
Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu fi Qoʼachuu
Amalawwan Waaqayyoon Gammachiisan Horachuu
Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa—Namoota Kitaaba Qulqulluu Keessatti Ibsaman
Wantoota qophaaʼan
Amantii Dhugaa—Furtuu Jireenya Gammachuu Qabu Argamsiisu
Birooshurri kun namoonni bakka garaa garaa jiraatan amantii isaanii cimsuudhaan gammachuu argachuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe ibsa.

