Afaan Oromoo
“Dubbii Waaqayyoo Isa Qulqulluu” Hiikuuf Hadaraa Fudhachuu—Roomaa 3:2, NW
https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/502014271/univ/art/502014271_univ_sqr_xl.jpg

“Dubbii Waaqayyoo Isa Qulqulluu” Hiikuuf Hadaraa Fudhachuu—Roomaa 3:2, NW

“Dubbii Waaqayyoo Isa Qulqulluu” Hiikuuf Hadaraa Fudhachuu—Roomaa 3:2, NW

Waaʼee Waaqayyoo dhugaa isaa hiikkaa Macaafa Qulqulluu kam irraa iyyuu argachuun ni dandaʼama; Dhugaa Baatonni Yihowaas jaarraa darbetti akkasuma gochaa turan. Macaafa Qulqulluu afaan Ingiliffaa ammayyaatiin hiikuun kan isaan barbaachise maaliifi? Buʼaan isaa maali dha? Viidiyoo, “Dubbii Waaqayyoo Isa Qulqulluu” Hiikuuf Hadaraa Fudhachuu​—Roomaa 3:2, NW jedhu kana ilaali.