AKKA NAANNOOTTI

Oduu Addunyaa Maraa JW

Afaan Oromoo
Oduu Addunyaa Maraa JW
/assets/ct/28ada02fb0/images/syn_placeholder_sqr.png

Oduu Addunyaa Maraa

 

2026-07-31

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2026 Lakk. 5

Gabaasa kanarratti guyyaa guyyaadhaan nyaata hafuuraa soorachuun keenya barbaachisaa kan taʼe maaliif akka taʼe, akkasumas qophii haaraan tajaajila keenyaaf godhame ibsameera.

2026-07-30

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2026 Lakk. 4

Gabaasa kanarratti daawwannaa waajjira damee fi tika miseensonni Qaama Olaanaa waajjira dameef dhiheenya kana godhan ilaalchisee yaada nama jajjabeessu isinitti himna. Kana malees murtoo dhiheenya kana Noorweeyii fi Siwiidinitti jaarmiyaa keenya ilaalchisee manni murtii murteesse ilaalla.

2026-05-01

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2026 Lakk. 3

Gabaasa kana irratti, waaʼee obbolootaa fi obboleettota keenya Raashiyaa waaqeffannaan isaanii seeraan erga dhorkamee kaasee waggaa sagaliif jabaatanii dhaabbatanii ni mariʼanna. Kana malees, diraamaan Seenaa Tajaajila Yesuus Boqonna 4, 5 fi 6 baʼuu isaa ni beeksisna.

2026-03-20

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2026 Lakk. 2

Gabaasa kanarratti yaalii fayyaa baqaqsanii hodhuu dabalatee yaalii fayyaatiif dhiiga ofii fayyadamuu ilaalchisee ejjennoo qabnu ifa goona.

2026-02-02

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2026 Lakk. 1

Gabaasa kanarratti, qajeelfama haaraa kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamnutti fayyadamnee qoʼannaa yeroo geggeessinu buʼaa qabeeyyii taʼuuf nu gargaaru ni ilaala.

2025-12-19

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2025 Lakk. 8

Gabaasa kana keessatti, diraamaan Seenaa Tajaajila Yesuus jedhamu obboloota keenya fayyadaa kan jiru akkamitti akka taʼe ibsameera.

2025-11-14

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2025 Lakk. 7

Gabaasa kana keessatti, Gabaasni Waggaa Tajaajilaa 2025 maal akka fakkaatuu fi Yihowaan hojii addunyaa maratti hojjenne akkamitti akka nuuf eebbise ibsameera.