Odeeffannoo Gabaabaa—Sudaan Kibbaa
- 15,787,000—Baayʼina uummataa
- 2,469—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 37—Gumiiwwan
- 1 nama 6,556f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu


Naannoo Juubaa, Sudaan Kibbaa—Nama sanyiin isaa Moondaarii taʼeef Afaan Baariitiin dhugaa baʼaa jiru