Odeeffannoo Gabaabaa—Toongaa
- 104,000—Baayʼina uummataa
- 243—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 3—Gumiiwwan
- 1 nama 462f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
“Callee Gatii Guddaa Qabu” Arganneerra
Jireenya gammachiisaa Wiinistanii fi Paamilaa Peeyin Awustiraaliyaa keessatti dabarsan dubbisi.

