Odeeffannoo Gabaabaa—Taanzaaniyaa
- 68,153,000—Baayʼina uummataa
- 23,789—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 423—Gumiiwwan
- 1 nama 2,959f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu


Mandara Nigiibaaʼoo ishee Taanzaaniyaa, naannoo magaalaa Aruushaatti argamtutti birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhamu namoota Maasaayiif kennaa jira