Odeeffannoo Gabaabaa—Iswaatiinii
- 1,256,000—Baayʼina uummataa
- 3,519—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 74—Gumiiwwan
- 1 nama 366f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Mootichi Baay’ee Gammade!
Mootiin Siwaazilaandii tokko akkamitti dhugaa Macaafa Qulqulluu akka dhaga’e dubbisi.

