Odeeffannoo Gabaabaa—Maalii
- 25,199,000—Baayʼina uummataa
- 366—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 6—Gumiiwwan
- 1 nama 73,897f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
SEENAA JIREENYAA
Joseettee Gaarshiyaa: Biyya Garmalee Hoʼu Keessatti Gara Waggaa 50tiif Lallabuu
Joseetteef Maalii keessa jiraachuun ulfaataa turte. Taʼus, waggoota hedduudhaaf qajeelchituu addaa, achiis misiyoonii taatee achitti tajaajiluudhaan gammachuu argatteetti.

