DAMMAQAA! Lakk. 1 2023 | Lafti Badiisarraa ni Ooltii?—Sababii Abdiidhaan Itti Eeggannu

Wantoonni lafa mancaasaa jiran hedduun akka jiran ifatti argaa jirra. Bishaan qulqulluun, garbi, bosonnii fi qilleensi faalamaa jiru. Maarree, lafti badiisarraa ooluu ni dandeessii? Yeroo gara fuulduraa abdiidhaan eeggachuu kan dandeessu maaliif akka taʼe baradhu.

 

LAFTI BADIISARRAA NI OOLTII?

Bishaan Qulqulluu

Adeemsawwan uumamaa bishaan akka hin badne godhan maalfaʼi?

LAFTI BADIISARRAA NI OOLTII?

Garba

Miidhaan garbarra gaʼaa jiru furamuu kan dandaʼudhaa?

LAFTI BADIISARRAA NI OOLTII?

Bosona

Dhiheenya kana qorattoonni waaʼee uumamaa qoratan naannoowwan mukkeen hedduun irraa muraman ilaalchisee maal hubatan?

LAFTI BADIISARRAA NI OOLTII?

Qilleensa

Lafarratti faalamni qilleensaa lubbuu hedduu duʼaaf saaxilaa jira. Waaqayyo qilleensa ofitti fudhannu qulqulleessuuf marsaa akkamii uumeera?

Waaqayyo Lafti Badiisarraa Akka Ooltu Waadaa Galeera

Sababiin lafti badiisarraa akka ooltuu fi akka haaromtu amanuuf nu kakaasu maalidha?

Maxxansa Dammaqaa! Kana Keessatti

Mata dureewwan lafarra maaltu gaʼaa akka jiruu fi sababii abdiidhaan itti eeggannu ibsan dubbisi.