A7-H
Wantoota Guguddaa Jireenya Yesuus isa Lafa Irraatti Raawwataman—Tajaajila Dhumaa Yesuus Yerusaalemitti Raawwate (Kutaa 2)
YEROO |
BAKKA |
TAʼEE |
MAATEWOS |
MAARQOS |
LUQAAS |
YOHAANNIS |
---|---|---|---|---|---|---|
Niisaan 14 |
Yerusaalem |
Yesuus Yihudaan gantuu taʼuu isaa saaxilee of gidduudhaa baase |
||||
Irbaata Gooftaa hundeesse (1Qo 11:23-25) |
||||||
Pheexiros akka isa ganuu fi ergamoonni akka bittinnaaʼan raajii dubbate |
||||||
Gargaaraan akka ergamu waadaa gale; fakkeenya muka wayinii isa dhugaa; akka wal jaallatan ajaje; kadhannaa dhumaa ergamoota isaa wajjin dhiheesse |
||||||
Getesemaanee |
Iddoo biqiltuutti dhiphate; Yesuus dabarfamee kenname, ni qabame |
|||||
Yerusaalem |
Haannaas isa gaafate; Qayyaafaa fi yaaʼii Saanhedriin duratti qorame; Pheexiros isa gane |
|||||
Yihudaan gantichi of fannise (HoE 1:18, 19) |
||||||
Philaaxos, achiis Heroodis, deebiʼee immoo Philaaxos duratti dhihaate |
||||||
Philaaxos isa gadhiisuu barbaade, Yihudoonni garuu Barbaan akka gadhiifamu gaafatan; muka dhiphinaa irratti akka duʼu itti murteeffame |
||||||
(Jimaata guyyaa n. saʼaatii 9) |
Golgootaa |
Muka dhiphinaa irratti duʼe |
||||
Yerusaalem |
Reeffi isaa muka irraa buufamee awwaalame |
|||||
Niisaan 15 |
Yerusaalem |
Luboonnii fi Fariisonni awwaalicha eegsisan, chaappaa itti godhan |
||||
Niisaan 16 |
Yerusaalemii fi naannoo ishii; Emaahus |
Yesuus duʼaa kaʼe; barattoota isaatti siʼa shan mulʼate |
||||
Niisaan 16 booda |
Yerusaalem; Galiilaa |
Irra deddeebiʼee barattoota isaatti mulʼate (1Qo 15:5-7; HoE 1:3-8); ni barsiise; barattoota akka godhan ajaje |
||||
Iyyaar 25 |
Gaara Ejersaa, Bitaaniyaa bira |
Yesuus duʼaa kaʼee guyyaa 40ffaatti samiitti ol baʼe (HoE 1:9-12) |