KITAABA QULQULLUU HIIKA ADDUNYAA HAARAA

Kitaabni Qulqulluun Saayinsii Wajjin Wal Simaa?

Afaan Oromoo
Kitaabni Qulqulluun Saayinsii Wajjin Wal Simaa?
https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1001061100/univ/wpub/1001061100_univ_sqr_xl.jpg
nwt ful. 11

GAAFFII 4

Kitaabni Qulqulluun Saayinsii Wajjin Wal Simaa?

“Inni samii isa kaabaa iddoo duwwaa irra ni diriirse, lafas homtuu utuu jala hin jiraatin ni rarraase.”

Iyyoob 26:7

“Lageen hundi gara galaanaatti yaaʼu, taʼus galaanichi hin guutu. Lageen gara iddoo keessaa yaaʼanitti deebiʼu, isaan yaaʼuu isaanii itti fufuuf achumatti deebiʼu.”

Lallaba 1:7

“Geengoo lafaa gararraa kan jiraatu tokko jira.”

Isaayyaas 40:⁠22