Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

GAAFFII 8

Rakkina Namoota Irra Gaʼuuf kan Itti Gaafatamu Waaqayyo Dhaa?

“‘Waaqni dhugaan jalʼina raawwata, Inni Hundumaa Dandaʼus dogoggora raawwata’ jedhanii yaaduun wanta hin fakkaanne dha!”

Iyyoob 34:⁠10

“Namni kam iyyuu yommuu qoramu, ‘Waaqayyotu na qoraa jira’ hin jedhin. Sababiin isaas, Waaqayyo wanta hamaadhaan qoramuu hin dandaʼu; ofii isaatiis nama kam iyyuu hin qoru.”

Yaaqoob 1:​13

“Inni isiniif waan yaaduuf, yaaddoo keessan hundumaa isa irratti gataa.”

1 Pheexiros 5:7

“Namoonni tokko tokko akka yaadanitti Yihowaan waadaawwan gale raawwachuuf hin turu; kanaa mannaa, hundumtuu yaada akka geddarataniif malee, namni tokko illee akka badu waan hin barbaanneef isiniif jedhee obsa.”

2 Pheexiros 3:9