A7-E
Wantoota Guguddaa Jireenya Yesuus isa Lafa Irraatti Raawwataman—Tajaajila Guddaa Yesuus Galiilaattii (Kutaa 3) fi Yihudaatti Raawwate
YEROO |
BAKKA |
TAʼEE |
MAATEWOS |
MAARQOS |
LUQAAS |
YOHAANNIS |
---|---|---|---|---|---|---|
32, Faasikaa booda |
Galaana Galiilaa; Beetasaayidaa |
Bidiruudhaan gara Beetasaayidaa deeman, Yesuus waaʼee raacitii Fariisotaa akeekkachiise; nama qaro dhabeessa fayyise |
||||
Naannoo Qisaariyaa Filiphisiyus |
Furtuuwwan Mootummichaa; waaʼee duʼa isaa fi duʼaa kaʼuu isaa dubbate |
|||||
Tarii Gaara Hermoon |
Yesuus ni jijjiirame; Yihowaan in dubbate |
|||||
Naannoo Qisaariyaa Filiphisiyus |
Mucaa jinniidhaan qabame tokko fayyise |
|||||
Galiilaa |
Ammas waaʼee duʼa isaa dubbate |
|||||
Qifirnaahom |
Saantima afaan qurxummii keessaa argame |
|||||
Mootummicha keessatti hundumaa irra kan caalu; fakkeenya hoolaa badee fi garbicha dhiifama gochuu didee |
||||||
Galiilaa-Samaariyaa |
Gara Yerusaalem utuu deemanii, Mootummichaaf dursa akka kennan barattootatti hime |
Tajaajila Yesuus Gara Boodaa Yihudaatti Raawwate
YEROO |
BAKKA |
TAʼEE |
MAATEWOS |
MAARQOS |
LUQAAS |
YOHAANNIS |
---|---|---|---|---|---|---|
32, Ayyaana Godoo Qulqulluu (ykn Daasii) |
Yerusaalem |
Ayyaanicha irratti barsiise; akka isa qabaniif eegdonni ni ergaman |
||||
“Ani ifa addunyaa ti” jedhe; namicha qaroo dhabeessa taʼee dhalate fayyise |
||||||
Tarii Yihudaa |
Namoota 70 erge; gammadanii deebiʼan |
|||||
Yihudaa; Bitaaniyaa |
Fakkeenya namicha Samaariyaa; mana Maartaa fi Maariyaam dhaqe |
|||||
Tarii Yihudaa |
Ammas kadhannaa fakkeenya taʼu barsiise; namicha irra deddeebiʼee kadhate |
|||||
Quba Waaqayyootiin jinniiwwan baase; ammas mallattoo Yoonaas qofa kenne |
||||||
Fariisii tokkoo wajjin nyaate; fakkeessaa Fariisotaa balaaleffate |
||||||
Fakkeenyota: sooressa gowwaa fi bulchaa amanamaa |
||||||
Sanbatatti dubartii goophatte tokko fayyise; fakkeenya firii sanaaficaa fi raacitii |
||||||
32, Ayyaana Haareffamuu |
Yerusaalem |
Fakkeenya tiksee gaarii fi gola hoolotaa; Yihudoonni dhagaadhaan isa rukutuuf yaalan; gara Bitaaniyaa Yordaanos gamaa dhaquuf kaʼe |