GAAFFII 19
Kitaabonni Kitaaba Qulqulluu Ergaa Akkamii Qabu?
KITAABOTA QULQULLUU AFAAN IBROOTAA (“KAKUU MOOFAA”)
PENTAATUK (KITAABOTA 5):
Uumama, Baʼuu, Lewwoota, Lakkoofsa, Keessa Deebii
Uumamaa kaasee hanga sabni Israaʼel durii hundeeffametti
KITAABOTA SEENAA (KITAABOTA 12):
Iyyaasuu, Abbootii Murtii, Ruut
Israaʼelonni Biyyattii Abdachiifamtetti galuu isaanii fi wantoota sana booda raawwataman
1ffaa fi 2ffaa Saamuʼel, 1ffaa fi 2ffaa Mootota, 1ffaa fi 2ffaa Seenaa Baraa
Seenaa saba Israaʼel hanga badiisa Yerusaalemitti jiru
Izraa, Nahimiyaa, Asteer
Seenaa Yihudootaa boojuu Baabilonii erga deebiʼanii booda jiru
KITAABOTA WALALOO (KITAABOTA 5):
Iyyoob, Faarfannaa, Fakkeenya, Lallaba, Weedduu Weedduu Caalu
Dubbiiwwan fi faarfannaawwan ogummaa of keessaa qaban
KITAABOTA RAAJII (KITAABOTA 17):
Isaayyaas, Ermiyaas, Faaruu Ermiyaas, Hisqiʼel, Daaniʼel, Hoseʼaa, Yooʼel, Amoos, Obaadiyaa, Yoonaas, Miikiyaas, Naahom, Anbaaqom, Sefaaniyaa, Haagee, Zakkaariyaas, Miilkiyaas
Raajiiwwan saba Waaqayyoo ilaalchisee dubbataman
KITAABOTA QULQULLUU AFAAN GIRIIKII (“KAKUU HAARAA”)
WANGEELOTA ARFAN (KITAABOTA 4):
Maatewos, Maarqos, Luqaas, Yohaannis
Seenaa waaʼee jireenyaa fi tajaajila Yesuus ibsu
HOJII ERGAMOOTAA (KITAABA 1):
Seenaa waaʼee hundeeffama gumii Kiristiyaanaa fi hojii misiyoonummaa ibsu
XALAYAAWWAN (KITAABOTA 21):
Roomaa, 1ffaa fi 2ffaa Qorontos, Galaatiyaa, Efesoon, Filiphisiyus, Qolosaayis, 1ffaa fi 2ffaa Tasalonqee
Xalayaawwan gumii Kiristiyaanaa adda addaatiif barreeffaman
1ffaa fi 2ffaa Ximotewos, Tiitoo, Fiilmoon
Xalayaawwan namoota Kiristiyaana taʼaniif dhuunfaatti barreeffaman
Ibroota, Yaaqoob, 1ffaa fi 2ffaa Pheexiros, 1ffaa, 2ffaa fi 3ffaa Yohaannis, Yihudaa
Xalayaawwan walumaa galatti Kiristiyaanotaaf barreeffaman
MULʼATA (KITAABA 1):
Raajiiwwan Yohaannis mulʼataan arge