Kitaabota

Kitaabota gosa garaagaraa, mata dureewwan Kitaaba Qulqulluu gosa garaagaraa ibsan argachuu ni dandeessu. Kitaabonni sagaleedhaan qophaaʼanii fi viidiyoowwan afaan mallattootiin qophaaʼanis afaanota hedduudhaan ni argamu.

ARGISIISI

Jijjiiramni wantoota intarneetii irratti qophaaʼan irratti godhamu warra maxxanfaman irratti hanga yoonaa kan hin godhamne taʼuu dandaʼa