B12-B
Torban Dhumaa Yesuus Lafa Irratti Dabarse (Kutaa 2)
Yerusaalemii fi Naannoo Ishii
-
Mana Qulqullummaa
-
Iddoo Biqiltuu Getesemaanee (?)
-
Mana Mootummaa
-
Mana Qayyaafaa (?)
-
Mana Mootummaa Heroodis Antiphaas Itti Fayyadame (?)
-
Bishaan Kuufamaa Beetazaataa
-
Bishaan Kuufamaa Siiloʼaam
-
Galma Saanhedriin (?)
-
Golgootaa (?)
-
Akeldaamaa (?)
Gara guyyaa dhaqi꞉ Niisaan 12 | Niisaan 13 | Niisaan 14 | Niisaan 15 | Niisaan 16
Niisaan 12
LIXA BIIFTUU (Guyyaan Yihudootaa kan jalqabuu fi kan xumuramu yeroo biiftuun lixxutti dha)
BAHA BIIFTUU
-
Guyyaa boqonnaa barattoota isaa wajjin dabarse
-
Yihudaan dabarsee isa kennuuf qophii godhe
LIXA BIIFTUU
Niisaan 13
LIXA BIIFTUU
BAHA BIIFTUU
-
Pheexirosii fi Yohaannis Faasikaadhaaf qophii godhan
-
Yesuusii fi ergamoonni kaan waaree booda gara galgalaa gaʼan
LIXA BIIFTUU
Niisaan 14
LIXA BIIFTUU
-
Ergamootaa wajjin Faasikaa nyaate
-
Miila ergamootaa dhiqe
-
Yihudaa gad baase
-
Irbaata Gooftaa hundeesse
BAHA BIIFTUU
-
Ammas yaaʼii Saanhedriin duratti dhihaate ( 8)
-
Gara Philaaxos ( 3), achiis gara Heroodis geeffame ( 5), sana booda gara Philaaxositti deebifame ( 3)
-
Duuti itti murteeffamee Golgootaatti fannifame ( 9)
-
Waaree booda gara saʼaatii sagaliitti ni duʼe
-
Reeffa isaa fuudhanii awwaalan
LIXA BIIFTUU
Niisaan 15 (Sanbata)
LIXA BIIFTUU
BAHA BIIFTUU
-
Philaaxos awwaala Yesuus bira eegdota akka dhaaban heyyame
LIXA BIIFTUU
Niisaan 16
BAHA BIIFTUU
-
Duʼaa kaafame
-
Barattoota isaatti mulʼate
-
Matthew 28:1-15