A7-G
Wantoota Guguddaa Jireenya Yesuus isa Lafa Irraatti Raawwataman—Tajaajila Dhumaa Yesuus Yerusaalemitti Raawwate (Kutaa 1)
|
YEROO |
BAKKA |
TAʼEE |
MAATEWOS |
MAARQOS |
LUQAAS |
YOHAANNIS |
|---|---|---|---|---|---|---|
|
33, Niisaan 8 |
Bitaaniyaa |
Yesuus Faasikaan gaʼuu isaa guyyaa jaʼa dura gaʼe |
||||
|
Niisaan 9 |
Bitaaniyaa |
Maariyaam mataa fi miila isaa irratti zayitii dhangalaaste |
||||
|
Bitaaniyaa-Beetafaagee-Yerusaalem |
Harree irra taaʼee injifannoodhaan Yerusaalem seene |
|||||
|
Niisaan 10 |
Bitaaniyaa-Yerusaalem |
Muka harbuu abaare; ammas mana qulqullummaa qulqulleesse |
||||
|
Yerusaalem |
Luboonnii fi barsiisonni seeraa Yesuusiin ajjeesuuf yaadan |
|||||
|
Yihowaan ni dubbate; Yesuus akka duʼu dubbate; Yihudoonni amanuu dhiisuun isaanii raajiin Isaayyaas akka raawwatamu godhe |
||||||
|
Niisaan 11 |
Bitaaniyaa-Yerusaalem |
Muka harbuu goge irraa barachuu |
||||
|
Yerusaalem, mana qulqullummaa |
Aangoo isaa irratti gaaffiin kaasan; fakkeenya ilmaan lamaanii |
|||||
|
Fakkeenyota: qonnaan bultoota nama ajjeesan, cidha gaaʼelaa |
||||||
|
Gaaffii Waaqayyoo fi Qeesaar, duʼaa kaʼuu, ajaja hunda irra caaluu ilaalchisee kaʼeef deebii kenne |
||||||
|
Kiristoos ilma Daawit taʼuu isaa namoota gaafate |
||||||
|
Barsiisota seeraa fi Fariisotaaf wayyoo |
||||||
|
Buusii dubartii abbaan manaa irraa duʼe tokkoo arge |
||||||
|
Gaara Ejersaa |
Mallattoo argama isaa dubbate |
|||||
|
Fakkeenyota: durboota kurnan, taalaantii, hoolotaa fi reʼoota |
||||||
|
Niisaan 12 |
Yerusaalem |
Geggeessitoonni Yihudootaa isa ajjeesuuf mariʼatan |
||||
|
Yihudaan dabarsee isa kennuuf haala mijeesse |
||||||
|
Niisaan 13 (Kamisa waaree booda) |
Yerusaalemii fi naannoo ishii |
Faasikaa isa dhumaatiif qophaaʼan |
||||
|
Niisaan 14 |
Yerusaalem |
Ergamoota isaa wajjin Faasikaa nyaate |
||||
|
Miila ergamoota isaa dhiqe |

