MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Qabiyyee

Afaan Oromoo
Qabiyyee
/assets/ct/b4d7e1101e/images/syn_placeholder_sqr.png
w08 1/15 ful. 1-2
Qabiyyee

Qabiyyee

Amajjii 15, 2008

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Guraandhala 11-17, 2008

“Hojicha Isa Karaa Gooftaa Fudhatte Sana” Raawwadhu!

FUULA 4

FAARFANNAA: 86 (193), 64 (151).

Guraandhala 18-24, 2008

‘Ogummaa Ittiin Barsiistuuf’ Xiyyeeffannaa Kenni

FUULA 8

FAARFANNAA: 3 (6), 50 (123).

Guraandhala 25, 2008–Bitootessa 2, 2008

‘Jireenya Barabaraatiif Kan Qophaa’an’ Dhugaa Fudhachaa Jiru

FUULA 13

FAARFANNAA: 67 (156), 55 (133).

Bitootessa 3-9, 2008

Mootummaa Waaqayyootiif Kan Malan Ta’uu

FUULA 20

FAARFANNAA: 87 (195), 81 (181).

Bitootessa 10-16, 2008

Gara Burqaa Bishaan Jireenya Kennuutti Geeffamuuf Kan Malan

FUULA 24

FAARFANNAA: 2 (4), 83 (187).

KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

Matadureewwan Qayyabannaa 1-3 FUULA 4-17

Matadureen qayyabannaa sadan kun murtoo tajaajila Kiristiyaanummaarratti hirmaachuuf goote siijabeessu. Hinaaffaa argisiisuu kan qabdu maaliif akka ta’e, dandeettii ‘barsiisuukee’ akkamitti guddisuu akka dandeessuufi namoonni hedduun lallaba kana dhaga’uudhaan deebii gaarii kennaa akka jiran ibsuudhaan sijajjabeessu.

Matadureewwan Qayyabannaa 4, 5 FUULA 20-28

Matadureen qayyabannaa kun lamaan abdii Kiristiyaanonni dhugaa qaban lamaan gad fageenyaan ibsu. Abdiin ati qabdu Kiristosii wajjin samiirra jiraachuus ta’e bulchiinsa Mootummichaa jalatti lafarra barabaraaf jiraachuu yoo ta’e, matadureewwan kun lamaan dinqisiifannaa gaarummaafi ogummaa Yihowaa isa hubannaa namootaa ol ta’eef qabdu siiguddisu.

AKKASUMAS BARRUU KANA KEESSATTI:

Maxxansa Qayyabannaa Masaraa Eegumsaa Haaraa

FUULA 3

Jireenyisaanii Kaayyoo Akka Qabaatu Godhaniiru—Atoo Kana Gochuu Dandeessaa?

FUULA 17

Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafa Maatewos FUULA 29

Kiristiyaanonni Akka Qamadiitti Yommuu Gingilchaman

FUULA 32