MASARAA EEGUMSAA Ebla 2014 | Duuti Dhuma Waan Hundumaatii?

Namoonni hedduun waaʼee duʼaa haasaʼuun isaan hin gammachiisu. Namoonni hedduun duuni akka isaanirra gaʼu itti hin dhagaʼamu. Duuni ni moʼamaa?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Miidhaa Duuti Nurraan Gaʼu

Olee bulee duuti hunda keenyarrayyuu gaʼuunsaa hin oolu. Miidhaa cimaan duuti isaanirraan gaʼe namoonni baayʼeen gaaffii akka gaafatan isaan godheera.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Qabsoo Ilmaan Namootaa Duʼaa Wajjin Godhan

Seenaa ilmaan namootaa hunda keessatti, namoonni karaa duʼa itti balleessan barbaadaa turaniiru. Duʼa moʼuun ni dandaʼamaa?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Duuti Dhuma Waan Hundumaa Miti!

Yesus duʼaa hirribatti kan fakkeesse maaliifi? Duʼaa kaʼuu Macaafa Qulqulluurratti galmeeffamerraa maal baranna?

Amantii Walitti Makuu—Waaqayyo Ni Deggeraa?

Waliigalteefi tokkummaa uumuuf aarsaan kaffalamuu qabaa? Deebiin Macaafni Qulqulluun kennu si dinqisiisuu dandaʼa.

GAAFFII DUBBISTOOTAA

Waaqayyo Namoonni Cimoon Warra Dadhaboo Akka Hacuucan Maaliif Heyyame?

Macaafni Qulqulluun Waaqayyo hacuuccaa balleessuuf yeroo ammaatti maal gochaa akka jiruufi gara fuulduraattis maal akka godhu ibsa.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Waaqayyo Maalfaa Sii Godheera?

Seerri buʼuuraa Waaqayyoo “qooda lubbuu lubbuu” jedhu, Waaqayyo ‘tokkicha Ilmasaa aarsaa godhee akka kenne’ hubachuuf nu gargaara.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Ayyaana Addaa Kanarratti Akka Argamtu Si Afeerra

Ayyaana Yaadannoo duʼa Yesus nuu wajjin akka kabajju si afeerra.

Kana Beektaa?

Bara Yesusitti buusiin mana qulqullummaa akkamitti godhama ture? Luqaas seenaa amanamuu dandaʼu barreessee?

Deebii Gaaffii Macaafa Qulqulluu

Macaafni Qulqulluun Waaqayyo biraa akka argame wanti ragaa taʼu jiraa? Akkamitti barreeffame?

Wantoota garabiraa

Kaayyoon Jireenyaa Maali Dha?

‘Kaayyoon jireenyaa maali dha’ jettee gaafattee beektaa? Kitaabni Qulqulluun gaaffii kanaaf akkamitti deebii akka kennu baradhu.