MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Adoolessa 2015

Barruun kun mata dureewwan qayyabannaa Hagayya 31 hanga Fulbaana 27, 2015tti qayyabataman qabateera.

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Raashiyaa

Waaʼee hiriyoota gaaʼelaa fi warra qeentee bakka babalʼistoonni caalaatti barbaachisanitti tajaajiluuf deemanii dubbisi. Caalaatti Yihowaatti amanamuu barataniiru!

Jannata Hafuuraa Bareechuuf Ciminaan Hojjedhaa

Jannanni hafuuraa fi manni qulqullummaan hafuuraa tokko dhaa? ‘Jannanni’ Phaawulos “bantii waaqaa keessaa gara tarree isa sadaffaa” keessatti arge maali dha?

‘Bara Hamaatti’ Yihowaa Tajaajiluu

Amantii qabaachuu fi dammaqinaan Yihowaa tajaajiluu kee itti fufuu kan dandeessu akkamitti? Muuxannoo tajaajiltoota Waaqayyoo bara duriitti gammachuudhaan isa tajaajilaanii ilaali.

“Furamuun Keessan Dhiʼaateera”!

Rakkinni guddaan erga jalqabee booda ergaa akkamiitu dabarfama? Yeroo sanatti dibamtoota irra maaltu gaʼa?

Hojiin Ati Hojjettu Namoota Biratti Beekamuu Dhiisuun Isaa Jijjiirama Fidu Qabaa?

Yihowaan namoonni kaan kan hin argine taʼu iyyuu hojii keenya ni arga. Seenaan Bazaaliʼelii fi Aholiiyab, kana dinqisiifachuuf nu gargaara.

Mootummaa Waaqayyootiif Amanamoo Taʼuu Keessan Itti Fufaa

Kiristiyaanonni Yihowaadhaa fi Mootummaa isaatiif amanamoo taʼuuf of leenjisuu kan dandaʼan akkamitti?

Kun Iddoo Waaqeffannaa Keenyaa Ti

Iddoo waaqeffannaa keenya kabajaan qabuu qabna. Ijaarsii fi suphaan Galamwwan Mootummaa qarshiidhaan kan deggeramu akkamitti?

Kana Beektaa?

Macaafni Qulqulluun kutaawwan Biyyattii Abdachiifamtee bosonaan guutaman akka turan dubbata. Yeroo harʼaatti bosonni irraa dhumuun isaa bosonni akka hin turre argisiisaa?