DAMMAQAA! Adoolessa 2015 | Ijoollee Adabuun Hafaa Jiraa?

Warri ijoollee isaanii seerawwan amalaa gaarii taʼan barsiisuu barbaadan, wanta aadaa keessatti fudhatama qabu irraa faallaa taʼe gochaa kan jiran fakkaata. Sadarkaa kana irra gaʼamuu kan dandaʼe akkamitti?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Ijoollee Adabuun Hafaa Jiraa?

Ilaalchi bara 1960mmanii kaasee jalqabe yeroo harʼaas ijoollee guddisuu irratti dhiibbaa gochaa jiraa?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Adaba Buʼaa Gaarii Argamsiisu

Seerawwan buʼuuraa Macaafa Qulqulluu qajeelfama amansiisaa warraaf kennan shan.

Meeshaa Elektirooniksiitti Ogummaadhaan Fayyadamaa Jirtaa?

Gaaffilee arfan haala keessa jirtu gamaaggamuuf si gargaaran kanaaf deebii kennuudhaan of qori

MAATIIDHAAF

Ijoolleen Akka Ajajaman Barsiisuu

Atii fi mucaan kee wanta inni barbaaduu wajjin haala wal qabateen yeroo hundumaa wal loltuu? Yeroo kanatti hoo inni waan moʼu fakkaataa? Ijoollee guddisuu ilaalchisee qabxiiwwan kennaman shan si gargaaru.

“Waaqayyo Akka Dandamannu Nu Gargaareera”

Namoonni yeroo manni barumsaa Beslaan bara 2004tti weerarametti qabamanii turan sadii, yeroo gaddisiisaa kana dandamachuuf wanta isaan gargaare ibsu.

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Ejja

Ejji gaaʼela ni diigaa?

ADDUNYAA MARA IRRAA

Haala Naannoo Xiyyeeffannaa Barbaadu

Oduuwwan yeroo dhihoodhaa kaasee dhihaachaa jiran gaaffii, “Namni naannoo badiisa irraa oolchuu kan dadhabe maaliifi?” jedhu kaasaa jiru.

Wantoota garabiraa

Hatuun Sirrii Miti

Waaqayyo hannaaf ilaalcha akkamii qaba? Baʼuu 20:15 dubbisi. Viidiyicha ilaaluudhaan Kaalebii wajjin caalaatti baradhu.