Afaan Oromoo
Kaanaadaa
/assets/ct/7e6416ec85/images/syn_placeholder_sqr.png

Canada

 

2022-01-05

KAANAADAA

Amantii Dinqisiisaa Obboloonni Kaampiiwwan Hojii Humnaa Kaanaadaatti Argisiisan

Obboloonni kaampiiwwan hojii humnaa Kaanaadaatii erga gadhiifamanii barana waggaa 75​ffaa qabataniiru. Qalbii isaanii isa Kitaaba Qulqulluutiin leenjiʼeen kan kaʼe hidhamaniiru.