MASARAA EEGUMSAA

Ittiin Lixa

Afaan Oromoo
Ittiin Lixa
/assets/ct/28ada02fb0/images/syn_placeholder_sqr.png
wp17 Lakk. 1 ful. 2

Ittiin Lixa

Ittiin Lixa

MAAL SITTI FAKKAATA?

Kitaabni Qulqulluun bara ammayyaa kanatti yeroon kan itti darbe dhaa? Moo amma iyyuu faayidaa qaba? Kitaabni Qulqulluun iyyuu, “Kitaabni Qulqulluun hundi geggeessaa hafuura Waaqayyootiin kan barreeffame siʼa taʼu . . . ni fayyada” jedha.—2 Ximotewos 3:16, 17.

Barruun Masaraa Eegumsaa kun yaadawwan Kitaaba Qulqulluu ogummaa irratti hundaaʼan ibsa; akkasumas yaadawwan dubbisa Kitaaba Qulqulluu kee irraa akkamitti faayidaa guddaa argachuu akka dandeessu ibsan qabateera.