MASARAA EEGUMSAA Ebla 2015 | Mootummaa Malaanmaltummaan Keessa Hin Jirre

Namoonni addunyaa maratti argaman dhaabbilee mootummaa keessatti malaanmaltummaan akka baayʼatu dubbatu. Mootummaan malaanmaltummaan keessa hin jirre dhugumaan ni dhufaa?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Malaanmaltummaa Mootummaa Isa Summii Taʼe

Rakkinni jiru isa ati beektu caalaa kan babalʼate taʼuu dandaʼa.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Mootummaa Waaqayyoo—Bulchiinsa Malaanmaltummaan Keessa Hin Jirre

Sababiiwwan jaʼan Mootummichi malaanmaltummaa irraa walaba akka taʼe mirkaneessan.

Abbootiin Manaa Manni Keessan Bakka Tasgabbiin Jiru Akka Taʼu Godhaa

Maatiin tokko wanta isaan barbaachisu akka gaariitti argatanis wanta caalaatti barbaachisaa isa taʼeen garuu dagatamuu dandaʼu.

MAREE KITAABA QULQULLUU IRRATTI HUNDAAʼE

Macaafa Qulqulluu Qorachuu Kan Qabnu Maaliifi?

Macaafni Qulqulluun kan barreeffame jaarraa hedduu dura taʼus, seerri buʼuuraa achi keessa jiru yeroo harʼaattis ni hojjeta. Seerri buʼuuraa Macaafa Qulqulluu keessatti argamu jireenya kee keessatti kan si gargaaru akkamitti?

GAAFFII DUBBISTOOTAA

Ayyaanni Duʼaa Kaʼuu Ayyaana Kiristiyaanotaatii?

Hayyoonni seenaa waaʼee ayyaana kanaa maal jedhu?

Kana Beektaa?

Phaawulos lammummaa warra Roomaa qabaachuun isaa faayidaa akkamii isaaf argamsiise? Bara duriitti tiksitootaaf mindaan kan kaffalamu akkamitti ture?

Deebii Gaaffii Macaafa Qulqulluu

Ayyaanni duʼaa kaʼuu Yesus yommuu kabajamutti maxinoo fi wayinii irraa hirmaachuu kan qaban eenyufaʼi?

Wantoota garabiraa

Kitaabni Qulqulluun Yaada Waaqayyoo kan Qabate Dhaa?

Barreessitoonni Kitaaba Qulqulluu hedduun wanti barreessan Waaqayyo biraa akka dhufe dubbataniiru. Maaliifi?