MASARAA EEGUMSAA

Fuula Soddomii Lama

Afaan Oromoo
Fuula Soddomii Lama
/assets/ct/79e1b14fff/images/syn_placeholder_sqr.png
w11 1/1 ful. 32
Fuula Soddomii Lama

Fuula Soddomii Lama

Kadhannaa kan dhiheessan ilmaan namootaa qofa kan taʼan maaliifi? FUULA 3 ILAALI.

Waaqayyo kadhannaa dhagaʼee deebii ni kennaa? FUULA 11 ILAALI.

Hafuurri qulqulluun qaama qabaa? FUULA 12 ILAALI.

Macaafni Qulqulluun miira gadhee nutti dhagaʼamu moʼuuf kan nu gargaaru akkamitti? FUULA 21 ILAALI.

Kan galateeffattu taʼuunkee barbaachisaa kan taʼe maaliifi? FUULA 28 ILAALI.

Dinqiin Yesus raawwate, dinqiiwwan namoonni yeroo harʼaa ni raawwanna jedhanirraa adda kan taʼe akkamitti? FUULA 31 ILAALI.