Afaan Oromoo
Appilikeeshiniin JW Library Sign Language® Jedhamu Addaan Citeera
https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/500800020/univ/art/500800020_univ_sqr_xl.jpg

MUDDEE 31, 2025
WANTA HAARAA

Appilikeeshiniin JW Library Sign Language® Jedhamu Addaan Citeera

Appilikeeshiniin JW Library Sign Language® Jedhamu Addaan Citeera

Appilikeeshiniin JW Library Sign Language jedhamu kan addaan cite yommuu taʼu, app store keessaa akka baʼu taasifama. Barreeffamoonni afaan mallattoo hundi Appilikeeshinii JW Library irratti ni argamu; qabiyyeewwan appilikeeshinii kana afaan mallattootiif jecha fooyya’aniiru. Gara fuulduraattis caalaatti fooyyaʼaa deema.