Oduu
Gabaasa Qaama Ol Aanaa Lakk. 2
Yihowaan jaarmiyaa isaa geggeessaa kan jiruu fi tiksitoota jaalala qabeeyyii taʼanitti fayyadamee akkamitti akka nu kunuunsu ilaali.
Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2020 Lakk.1
Dhugaa Baatonni Yihowaa Kooriyaa Kibbaa, Xaaliyaanii fi Yunaayitid Isteetis keessa jiran babalʼina golfaa ilaalchisee maal akka godhan dhaggeeffadhu.
Balaa Addunyaa Maraa: Yeroo Dhukkubni Daddarbaa fi Balaan Gaʼutti Obboloota Keenya Gargaaruu
Qaamni Ol Aanaan yeroo gargaarsi barbaachisutti dafee tarkaanfii fudhachuudhaan obbolootaa fi obboleettotaaf qajeelfama kennuu isaa itti fufa.

