Oduu
Gabaasa Qaama Olaanaa 2024 Lakk. 6
Gabaasa kana keessatti, Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuu irratti xiyyeeffachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ilaalla.
Gabaasa Qaama Olaanaa 2024 Lakk. 5
Gabaasa kana keessatti, rakkoowwan ilmaan namootaatiif furmaata dhugaa kan fidu Mootummaa Waaqayyoo qofa akka taʼetti ilaaluu keenya itti fufuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ilaalla.
Gabaasa Qaama Olaanaa 2024 Lakk. 4
Gabaasa kana irratti, obboloonnii fi obboleettonni sababii amantii isaaniitiin hidhaman ‘hamaa gaariidhaan moʼuu isaanii kan itti fufan’ akkamitti akka taʼe ilaalla.—Roomaa 12:21.