“Yihowaan . . . dhugumaan Waaqa dha. Inni Waaqa [jiraataadha].”—Ermiyaas 10:10.
Qabxiilee kanarratti yaadi:
-
Waaqayyo maqaa qaba.—Faarfannaa 83:18.
-
Qajeelfama nuuf kenna.—2 Ximotewos 3:16, 17.
-
Nu gargaaruuf fedhii qaba.—Faarfannaa 145:18, 19.
Caalaatti barachuuf jw.org ilaali.

