Michuu Waaqayyoo Taʼuun ni Dandaʼamaa?

Michuu Waaqayyoo Taʼuun ni Dandaʼamaa?

Abbaan keenya inni jaalala qabeessa taʼe namoonni isa barbaadan hundi michuu isaa akka taʼan affeereera. Atoo affeerraa isaa ni fudhattaa?