MASARAA EEGUMSAA Lakk. 3 2017 | Abbootiin Fardeenii Arfan Gulufuun Isaanii Jijjiirama Si Irratti Fidu Qabaa?

MAAL SITTI FAKKAATA?

Abbootii fardeenii arfan ilaalchisee wantoonni Kitaaba Mulʼataa keessatti ibsaman namoota hedduu biratti akka gaariitti beekamu. Mulʼanni kun namoota tokko tokko ni sodaachisa. Warra kaanitti immoo gaaffii uuma. Raajiiwwan akkasii ilaalchisee wanta Kitaabni Qulqulluun jedhu hubadhu:

“Namoonni dubbii raajii kanaa dhagaʼanii fi warri wantoota achi keessatti barreeffaman eegan gammadoo dha.”Mulʼata 1:3.

Maxxansi Masaraa Eegumsaa kun gulufni abboota fardeenii kana misiraachoo kan nuuf taʼu akkamitti akka taʼe ibsa.

 

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Sii fi Abbootii Fardeenii Arfan

Fardeen arfan—adii, diimaa, gurraacha fi daalacha. Mulʼata abbootii fardaa 4 namoonni hedduun beekan, kutaa Kitaaba Qulqulluu isa xumuraa keessatti ibsamaniiru.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Abbootiin Fardeenii Arfan Eenyufaʼi?

Hiika mulʼata kanaa hubadhu.

Ragaa Dabalataa

Taatenaayi eenyu akka taʼe beekuu baattus, arkiʼooloojiin waaʼee isaa caqasuun isaa ragaa quubsaa taʼa.

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

Wanta Kam Iyyuu Caalaa Beezboolii Taphachuun Jaalladha Ture!

Saamuʼel Haamiltan jaalala ispoortii beekamaa taʼeen qabamee ture, qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu jireenya isaa jijjiire.

FAKKEENYA AMANTII ISAANII HORDOFAA

‘Ati Dubartii Miidhagduu Dha’

Gibxiitti, hojjettonni Faraʼoon bareedina Saaraa argan. Wanti sana booda taʼe si dinqisiisa taʼa.

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Waaqayyo namoota wal caalchisaa? Namoonni tokko tokko eebbifamoo tokko tokko immoo abaaramoo dhaa?